Bu’uura Jireenya Hawaasummaa
Bu’uura jireenya hawaasummaa kanneen ta’an keessaa kanneen armaan gadii caqasamu:
1. Dubbii Waaqayyoo
Dubbiin Waaqayyoo ka’umsa jireenya hawaasummaati.
2. Uumama Namaa
Uumamni dhala namaa mataa isaatiin ka’umsa jireenya hawaasummaati.
/Uum. 2/ «Namni qofaa isaa ta’uun gaarii miti; gargaartu isaaf ta’u fin uumaaf» akka jedhametti.
3. Duudhaa (Tirfii) Mana Kiristaanaa Keenyaa
Biyya keenya keessatti seenaa keenya isa kanaan dura wal qabatee dhufe yommuu ilaallu, jireenya hawaasummaa keessa akka jiraannu kan taasisu ture.
