Kiristaanummaa fi Hawaasummaa
About Course
Kiristaana jechuun hordofaa Kiristos, barataa Kiristos jechuu yoo ta’u, amantoonni hordoftonni “amantoota” jedhamanii jalqaba irratti mandara (Antsookiyaatti) Kiristaana jedhamanii waamaman (Hojii Duuka bu’ootaa 11:26). Kiristaanummaan ammoo amantaa kiristaanonni amanan hordofaniidha. Hundessaan isaas gooftaa keenya Iyyasuus Kiristos isa dhiiga isaatiin hundeessidha.
Course Content
Amantaa Kiristaanummaa fi Jireenya Hawaasummaa
Jireenya Hawaasummaa Jechuun Maali?
Jireenya Hawaasummaa Bara Adda Addaa Keessatti
Dhimmoota Jireenya Hawaasummaa Ballessan
Walitti Dhufeenya Namoota Gidduu Jiru fi Ilaalcha Afuuraa Isaanii Keessatti Barattoota Irraa Maaltu Eegama?
Student Ratings & Reviews
No Review Yet
